Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gargaarsii Namoomaa Kallatii Adda Addaatiin Tigraayiin Seenu Itti Fufuu Isaa Qaamonni Adda Addaa Ibsanii Jiran


FAAYILII - Gargaarsi gama Tigraayitti geessamuu itti fufe
FAAYILII - Gargaarsi gama Tigraayitti geessamuu itti fufe

Walgaltee mootumma feederaalaa Itiyoophiyaa fi bulchiinsaa naannoo Tigraay giddutti tassifamee hordofuudhaan, gargaarsaa namoomaa Tigraay keessatti taasifamuu hariifachiisuudhaaf gareen Sadiii garaa Tigraayitti bobba’uu issa komishiinerri bulchiinsaa ittisa balaa Itiyoophiyaa Doktoor Shiferawu Teklemariyaam ibsaniiru.

komishinerichii ibsaa miseensota mana maree bakka boo’ataf kennaniin gargaarsaa namoomaa kallatti Afuriin naannoo Tigraayitti erguun jalaqabuu isaa himanii, amma ammatti namoottan gargaarsa barbaadan miiliyoonii Tokkoo fi miliyoonii walakkaa gargaarsii akka qaqqabe ibsaniiru.

Koreen biyyaleessa bulchinsaa fi qophaa’insaa ittisa balaa kan itti aanaa mummee ministeeraa Damaqee Mokononiin hogganamuu gamma isaatiin, michuuwwaan gargaarsaa kan sadarkaa aduunyaa akka gargaarsa atattamaa kanaaf gumaachaa taasisan gaafataniiru

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG