Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubartoota fi Durboota Waraansa Itiyoophiyaa Kaabaa Keessatti Miidhaan Namommaa Irratti Raaw'atameef Murtiin Haqaa Kennamuu Qaba, Jedhame

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:15 0:00

Dubartoota fi Durboota Waraansa Itiyoophiyaa Kaabaa Keessatti Miidhaan Namommaa Irratti Raaw'atameef Murtiin Haqaa Kennamuu Qaba, Jedhame

Jarmayaan mirga namoomaaf falmu, Amnestii Internaashinaal waraansa waggoota lamaaf mootummaa Itiyoophiyaa fi humnoota Waraana Bilisummaa Uummata Tgiraay gidduutti geggeessame keessatti dubartoota miidhamtoota hookkara saalaa tahaniif murtiin haqaa kabajamuuf, Gamtaan Afrikaa mootummaa Itiyoophyaatti dhiibbaa gochuu qaba, jechuun gaafatee jira.

Forum

XS
SM
MD
LG