Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waraansa Kaaba Itiyoophiyaa Keessatti Miidhamtoota Yakki Irratti Raaw’atameef Murtiin Haqaa Akka Kennamu Gaafatamaa Jira  

Waraansa Kaaba Itiyoophiyaa Keessatti Miidhamtoota Yakki Irratti Raaw’atameef Murtiin Haqaa Akka Kennamu Gaafatamaa Jira  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:04 0:00

Waraansa Kaaba Itiyoophiyaa Keessatti Miidhamtoota Yakki Irratti Raaw’atameef Murtiin Haqaa Akka Kennamu Gaafatamaa Jira  

Ityoophiyaan waraana biyya keessaa waggaa lamaaf humnoota Tigraay waliin taasisaa turte xumuruuf waliigalteen nagaa baatii Sadaasaa keessa ka mallatteessame tahus, kabajamuu fi dhiisuun isaa garuu kan ilaalamuuf jiru akka tahe tu himama. Tigraay irra-jireessa keessatti gargaarsi kan akkaan barbaachisu yoo ta’u gama lamaaniin miidhamtoonni yafkki irratti raawwatame, murtii haqaa argachuuf gaafachaa jiru.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG