Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiiwwan Mongooliyaa Malaammaltummaa Cileen Biyyattii Hannaan Chaayinaatti Gurgurame Ilaalchisuun Mormii Kaasan


Protesters gather on Sukhbaatar Square in Ulaanbaatar in Mongolia, Dec. 5, 2022.
Protesters gather on Sukhbaatar Square in Ulaanbaatar in Mongolia, Dec. 5, 2022.

Daldala cilee chaayinaa waliin wal qabatee mormitoonni himannaa malaammaltummaa dhiyeessan gara masaraa mootummaa Mongooliyaa seenuuf yaalanii jiran.

Kan Ulaanbaataritti argamu embasiin Yunayaitid isteetis Wixata kaleessaa akeekkachiisa kenneen xumura torbanii mormitoonni dhibbaan laka’aman mwaltajjii magaalattii Sukbaataaritti wal ga’uu dhaan gara mana jireenya Prezidaantichaatti

Mongooliyaan naannoo Chaayinaa waliin ishee daangessu irratti cilee toonii 385,000 hatamuu isaa mootummaan akka qoratu gaafatan hiriirtonni mormii kun. Qabeenyaan albuda beekamaan Mongooliyaa cilee fi gurgurtaan alaa qabeenyaa kanneen biroo bakka uummanni biyyattii sadii madda walitti bu’iinsa biyyattii yoo ta’u, uummati biyyattii sadii keessaa lama iyyummaa keessa jiraata. Sababaa weerara COVID lammiiwwan Mongooliyaa jireenya isaanii mo’achuu dadhabanii jiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG