Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Chaayinaa Saaud Arabiyaa Daawwachuuf Jiru


FAAYILII - Pirezidaantii Chaayinaa Xi Jinpingi fi Hogganaa Saawudii Mohaammad bin Saalmaan, Fulbaana 4, 2016
FAAYILII - Pirezidaantii Chaayinaa Xi Jinpingi fi Hogganaa Saawudii Mohaammad bin Saalmaan, Fulbaana 4, 2016

Pirezidaantiin Chaayinaa Xi Jinping erga bara 2016 as addunyaa kana irraa dhukuta boba’aa biyya alaatti erguun kan beekamtu keessatti daawwannaa guyyoota sadiif Roobii dhufu gamasitti kan qajeelan ta’uu sabaa himaan mootummaa Saaudii gabaasee jira.

Dawwannaan kun mooticha Saaudii Saalmaaniin kan durfamu gumii gam lamaanii fi dhaaltuun goonfoo Mohaammad bin Saalmaan irree hirmaachuuf jiru.

Hoogganaan biyya dinadee addunyaa sadarkaa lammataa jirtuu Xi-n, gumii biyyoota miseensota wala’iinsa galoo galaanaa ja’aa irratti kan argaman yoo ta’u, wal ga’iin kunis hoogganoota giddu galeessa bakka biraa illee kan walitti fidu ta’uu sabaa himaan mootummaa gabaasee jira. Chaayinaa Saaud Arabiyaa irraa dhukuta boba’aa ka bittu ishee ijoo yoo taatu, nuusa boba’aa Saaudiin alatti ergitu irraa bitatti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG