Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hongee Gaanfa Afrikaa Mudateen Ijoollee Keeniyaa Miliyoona Tokkotu Hanqina Nyaataan Miidhame 

Hongee Gaanfa Afrikaa Mudateen Ijoollee Keeniyaa Miliyoona Tokkotu Hanqina Nyaataan Miidhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:23 0:00

Hongee Gaanfa Afrikaa Mudateen Ijoollee Keeniyaa Miliyoona Tokkotu Hanqina Nyaataan Miidhame

Hongeen Gaanfa Afrikaa Keeniyaa dabalatee guutummaa biyyoota naannichaa keessatti beela caalaatti hammeessaa jira.

Akka aangawoonni jedhanitti, Keeniyaa keessatti ijoollee miliyoona tokko hanqina nyaata madaalawaatiin miidhamee jira.

Yeroon roobaa marsaa shanaffaaf walitti aanee hin roobiin hafeen, rakkoo beelaa dhufu ittisuuf hojjetoonni gargaarsaa tattaafataa jiru.

Forum

XS
SM
MD
LG