Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paarlaamaan Jarmanii Seera Baqattootaaf Eyyama Jireenyaa Kennisiisu Raggaasise  

Paarlaamaan Jarmanii Seera Baqattootaaf Eyyama Jireenyaa Kennisiisu Raggaasise  
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:46 0:00

Paarlaamaan Jarmanii Seera Baqattootaaf Eyyama Jireenyaa Kennisiisu Raggaasise  

Paarlamman Biyya Jarmanii baqatoota wagga shanii fi sanaa oliif warraqaa jireenya malee jirachaa turan eeyyama jiranyaa keenuf murteesse.

Wixinee seeraa baqattootaaf furmaata taha, jedhame kana Motummaan biyya Jarman waggaa tokko dura ka baase yoo tahu, Paarlaamaan jimaata darbe raggaasise – jedhu, Bulchiisna magaalaa Miyuunikitti Kaawuslarii dhiima baqatoota ta’uun kan hoojjatan obbo Abdoo Abbaa Jabal.

Wagga Saddeetiif eeyyama malee kan jiraattan Shek Hussiennis murtee paarlamaa Jarman mutessetti akka gammadan dubbataniruu.

Embaassi itophiyaatti ambaasadara biyya Garmanifi naanoo ishee ka tahan Muluu Salomon gargarsaa barbachisuu hundaa baqatoota kanaaf gochuuf akka hojjetaa jiran dubbatu.

Forum

XS
SM
MD
LG