Xurree ittiin seenan

Breaking News

Himannaan Malaammaltummaa Prezidaantota Afrikaa Kibbaa Irratti Dhihaatu Maqaa Paartii ANC‘rra Mallattoo Hamaa Kaa’aa Jira  

Himannaan Malaammaltummaa Prezidaantota Afrikaa Kibbaa Irratti Dhihaatu Maqaa Paartii ANC‘rra Mallattoo Hamaa Kaa’aa Jira  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:29 0:00

Himannaan Malaammaltummaa Prezidaantota Afrikaa Kibbaa Irratti Dhihaatu Maqaa Paartii ANC‘rra Mallattoo Hamaa Kaa’aa Jira  

Siirii Raamaafoosaa himannaa malaamaltummaatiin prezidaantii Afrikaa Kibbaa yokaan hoogganaa paartii ANC qubni itti qabame isa duraa miti. Oduun waa’ee malaammaltummaa aangoo mootummaati fayyadamuu ka’u lammiwwan Afrikaa Kibbaa waan dinqsiisu miti.

Akka xiinxaltoonni jedhanitti haalichi maqaa ANC irratti mallattoo hamaa kaa’aa jira.

Forum

XS
SM
MD
LG