Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lubi Bal’inaa Saarkaa Addunyaa Kanarraa Du’aan Boqotan  

Lubi Bal’inaa Saarkaa Addunyaa Kanarraa Du’aan Boqotan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:10 0:00

Lubi Bal’inaa Saarkaa Addunyaa Kanarraa Du’aan Boqotan

Luba Ballinaa Sasrkaa kaleessa Finfinneetti addunyaa kanarraa du'aan boqochuu isaanii maatiin isaanii beeksisanii jiran. Tajaajila wangeelaan Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota addunyaa adda addaa keessatti kan beekaman Luba Ballinaa Saarkaa, kitaaba “Bara Ol Kaafamuu Itiyoophiyaa,” jedhamu, kitaaba mul’ata hafuuraa isaanii ibsu maxxansiisanii turan.

Forum

XS
SM
MD
LG