Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoonni Sudaan Waliigaltee Araaraa Mallatteessuun Akka Tarkaanfii Gaariitti Abdatamaa Jira 

Hoogganoonni Sudaan Waliigaltee Araaraa Mallatteessuun Akka Tarkaanfii Gaariitti Abdatamaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:25 0:00

Hoogganoonni Sudaan Waliigaltee Araaraa Mallatteessuun Akka Tarkaanfii Gaariitti Abdatamaa Jira

Hoogganoonni Sudaan, ka siivilii fi ka waraanaa Wixata darbe kana waliigaltee aangoo qooddannaa mallatteessuun isaanii, kan eega fonqolchi motummaa waggaa lama dura geggeessamee as itti fufee jiru walitti-bu’insa humnoota naga-eegumsa biyyattii fi hiriirtota gidduutti mu’atu dhaabsisuu mala. Abdii jedhu ol kaasee jira. Walii-galteen kun hundaan tahuu dhabaateyyuu irra-jireessaan akka tarkaanfii gara mootummaa cehumsaa nama waraana hin ta’iiniin hoogganamuutti geessuu fi filannoo dimookiraasummaatti geessuuttillee faarsamaa jira.

Forum

XS
SM
MD
LG