Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaa fi Riphxee-loltoonni Benishangul Gumuz Waliigaltee Tolfatan


Mootummaa fi Riphxee-loltoonni Benishangul Gumuz Wwaliigaltee tolfachun ibsame
Mootummaa fi Riphxee-loltoonni Benishangul Gumuz Wwaliigaltee tolfachun ibsame

Mootummaan naannoo Benishaangul Gumuz gurmuulee hidhattootaa Sochii Bilisummaa Uummata Beenishaangul waliin waliigaltee nagaa irra gahuu beeksise.

Akka waliigaltee kanaatti nagaa fi misooma naannichaa irratti waliin hojjachuuf miseensotni gurmuu kanaa 500 ta’an leenjii haaromsaa fudhachuuf wiirtuu leenjii seenuu isaanii itti gaafatamtuun waajjira Dhimmoota Komunikeeshinii naannichaa Aadde Tsahaay Morkaa Sagalee Ameerikaatti himaniiru.

Gama biraatiin naannoon Gaambeellaa "meeshaan waraanaa harka hidhattoota Sochii Bilisummaa Ummata Gaambeellaa ture guutummaatti harka mootummaa seeneera" jechuun beeksiseera.

Mootummaa fi Riphxee-loltoonni Benishangul Gumuz Waliigaltee Tolfatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:23 0:00

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG