Mariin kun rakkoo du'a, buqqa'uu, ari'atamaa fi miidhaa miliyoonotaaf sababa ta'ee fi har'a qorata. Karaaleen nagaa maali? Gufuun ni jiraa? kanneen marii sana irratti hirmaatan ni xiinxalu. Dhalattoonni Itiyoophiyaa hawaasa Ameerikaa keessa jiraatu isa guddaa dha. Hawaasni kun furmaata barbaaduu, hafuura tokkummaa waaraa ijaaruu keessatti gahee ijaarsaa taphachuu danda’aa? Wiixata; Muddee 10/2015 galgala sa'a 3:00 pm VOA Afaan Amaaraa irratti darba
Forum