Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walga’iin Hoogganoota Afrikaa fi Yunaayitid Isteetis Hirmaannaa Dhaabbatoonni Dhuunfaa US Afrikaa Keessatti Qaban Cimsuuf Jedhame  

Walga’iin Hoogganoota Afrikaa fi Yunaayitid Isteetis Hirmaannaa Dhaabbatoonni Dhuunfaa US Afrikaa Keessatti Qaban Cimsuuf Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:32 0:00

Gumiii Hoogganoota Afrikaa fi mootummaa Yunaayitid Isteetis as Waashinton keessatti geggeessamaa jiru irratti sagantaan ijoon itti xiyyeeffatame hirmaannaa dhaabbatoonni dhuunfaa Yunaayitid Isteetis egeree Afrikaa keesatii qabani dha.

Walgahii guyyootan sadan dhufanuuf taasifaman kana irratii hooggantoonni biyyoottan Afrikaa 40 olii tu hirmaata. Waayit Haawus ammoo hirmaannaa isaa Ardittii keessaa cimsachuu barbaada.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG