Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganaan Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa Dr.  Tewodiroos Adihaanoom Waraanni Ertiraa Eesuma Isaanii Akka Ajjeese Himan 


Director-General of the WHO Dr. Tedros Adhanom Ghebreyesus
Director-General of the WHO Dr. Tedros Adhanom Ghebreyesus

Dhaabataa mootummootaa gamtoomanitti Daarekteera dhaabbata fayyaa Adduunyaa kan ta’an Dokteer Tewoodiroos Adihaanoom, loltoonni mootummaa Eertiraa Tigraay keessa sochoo’aa jiran eessuma isaanii akka jalaa ajeessan ibsuu isaanii Rooyiters gabaasee jira.

Xumuraa ibsaa gaazexessotaa waa’ee Kooviid ilaalchisee Keenan irratti kan dubbatan doktoor Tewoodiroos, ajeechaan eesumaa isaanii waan isaan gaddisiiseef ibsichaa kennuu dhiisuuf akka turan himuu isaanii kan gabaasee Rooyiters, haleellaa eesumnii doktoor Tewoodiroos ittiin du’an kan irratti namoonni biro 50 ta’n ajeefamuu isaanii ibseera.

Nageenyaa jiraattotaaf jechaa bakka ajeechaan sun itti raawwatamee doktoor Tewoodiroos akka himuu hin barbaanne kan ibsee gabaasinni Rooyiters, dhimmaa kanna irratti mootummaa Eertiraa iraas ta’ee haanga’ootaa Mootummaa Itiyoophiyaa Irraa debii argachuudhaaf yaalin taasise akka hin milkoofneef ibsee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG