Gumiin mootummaa Yunaayitid Isteetisii fi hoogganoota Afrikaa guyyoota sadi’iif as Waashingtonitti geggeessamaa ture kaleessa ennaa xumurametti Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis biyyoota Afrikaa daawwachuuf akka jiran mallattoo agarsiisan. Mootummaan isaanii Afrikaadhaaf cicha cimaa akka qabu kan deddeebi’anii dubbatan, Prezidaant Baayiden, hoogganoonni Afrikaa fedha uummata isaaniif akka kabajaa kennan hubachiisan.
Prezidaant Baayiden Xumura Gumii Yunaayitid Isteetisii fi Hoogganoota Afrikaarratti Ennaa Dubbatan Akka Afrikaa Daawwachuu Malan Fuulchan
- VOA
Forum