Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormiin Iraan, Chaayinaa,fi Raashiyaa Leellistoota Dimokiraasiif Abdii Kenneera

Mormiin Iraan, Chaayinaa,fi Raashiyaa Leellistoota Dimokiraasiif Abdii Kenneera
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:06 0:00

Mormiin Iraan, Chaayinaa,fi Raashiyaa Leellistoota Dimokiraasiif Abdii Kenneera

Xiinxaltoonni sirnoota dimokiraatawaa fi abbaa irree qoratan sochii mormii dhiheenya kana Iraan, Chaayinaa fi Raashiyaa keessatti taasifamaa jiru haala addaan hubachaa jiru.

Sirnoonni abbaa irree biyyoota sadan kana keessa jiran ciccimoo ta’uu isaanii, akkasumas abbootiin irree kana kuffisuuf, haalawwan murtaa’an tartibaan ka’amuu akka qaban akeekkachiisu.

Gabaasa Laurel Bowman erge Jaallannee tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG