Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensi Kongiresii Ameerikaa Milkaahina Waraanni Somaaliyaa Al-Shabab Irratti Argate Jejan

FAAYILII- Miseensa Koongresii Yunaaytid Isteets  Ilhaan Omaar
FAAYILII- Miseensa Koongresii Yunaaytid Isteets  Ilhaan Omaar

Lammiin Ameerikaa hidha dhalata Somaaliee qaban- miseensi Koongresii Yunaaytid Isteets Ilhaan Omaar injifannoo mootummaan Somaleefi humnoonni hawaasaa hidhattoota al-shabab naannoo giddugaleessa somalii irratti argamsiisan jejaniiru.

Ilhaan dhiheenya gara Somaaliyaa imaluun hoggantoota byyattii wajjin wal arganiiruu gabaasa Sagalee Ameerikaa kutaa afaan Somaaleetiin qindaahe Jaalanneetu dhiheessa

Miseensi Kongireesii Ameerikaa Milkaahina Waraanni Somaaliyaa Al-Shabab Irratti Argate Jejan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:46 0:00

Forum

XS
SM
MD
LG