Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni Maree Dhaabilee Siviilotaa Ityoophiyaa Ibsa Baasee Jira


FAAYILII - Magaala Maqalee, Amajjii 5, 2020.
FAAYILII - Magaala Maqalee, Amajjii 5, 2020.

Manni maree dhaabileewwan hawaasaa siviilotaa Itiyoophiyaa/The Ethiopian Civil Society Organizations Council jiilli olaanaan mootummaa feederaalaa daawanaa torban kana naannoo Tigraay keessatti taasisee denqisifachuudhaan ibsa akka baasee Kenedii Abaatee gabaasee jira.

mannii marichaa tarkaanfii tajaajillawwan bu’uraa kan akka ibsaa, bilibilaa fi baankii deebisanii hojii irra olchuu halla gaaritti fudhachuu isaa kan ibsee gabbasnii kun waldichii miseensotaa kuma Afurii ol kan bakka bu’ee ta’uu isaa eere jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG