Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maqalee Keessatti Tajaajilli Bilbila Harkaa Hangi Tokko Jalqabee


FAAYILII - Naannoo Samiree jedhamu keessatti dubartii teechee bilbila yaalaa jirtu, Maqalee, naannoo Tograay, Amajjii 20,2021
FAAYILII - Naannoo Samiree jedhamu keessatti dubartii teechee bilbila yaalaa jirtu, Maqalee, naannoo Tograay, Amajjii 20,2021

Bulchiinsa naannoo Tigraay magaalaa Maqalee keessatti Robii kaleessaa jechuun Muddee 19 bara 2015 jalqabee tajaajilli bilbila harkaa hangi tokko jalqabee jira. Kana malees Kamiisa har’a Muddee 20 bara 2015 waaree boodaa kaasee tajaajilli bilbilaa( kan harkaa kan hin taanee) fi Intarneetti jalqabuu isaa beekamee jira.

Oduu gabaasaan Raadiyoo Sagalee Amerikaa Mulugeetaa Atsbahaa magaala Maqalee keessa adeemuun tajaajilli bilbilaa fi Intarnetti hangii tokko akka hojjataa jiru mirkaneessee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG