Abbootiin alangaa hundeessituu fi gulaaltuu miidiyaa dhuunfaa YouTube irratti hundaa’e, Ethio Niqat kan taate Meskerem Abera irratti guyyoota 7 keessatti himannaa akka banan manni murtii Finfinnee ajajee jira.
Gaazexeessituun toora intarneettii ykn onlaayinii kan taate Maskaram, Mudde 13, 2022 irraa eegalee to'annoo poolisii jala jirti.
CPJn Ibsa torbee darbe baaseen poolisiin Itiyoophiyaa haal-duree tokko malee gaazexeessituu Meskerem Aberaa akka gadhiisu gaafatee jira.
Forum