Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraay Keessaatti Raabsii Gargaarsa Namoomaa Itti Fufa Jedhame


FAAYILII - Gargaarsa gara naannoo Tigraay geeffame keessaa
FAAYILII - Gargaarsa gara naannoo Tigraay geeffame keessaa

Jiraattotaa naannoo Tigraay warreen waltibu’iinsaa keessatti rakkachaa turan akka dandamataan taasisuudhaaf raabsii gargaarsaa namoomaa ammas akka dursaa fudhatee itti fufu dhaabbata mootummoota gamtoomanitti jaarmiyaan midhaan nyaataa fi qonnaa ykn FAOn ibsee jira.

Walgaltee nageenyaa taasifameen kaaba Ityoophiyaa keessatti sochiin gargaarsa namoomaa dhaawataan akka itti fufaa jiruu kan beekisise Ibsi FAO gargaarsaa Lubuu baraaruu fi dandamanaati alatti jireenyaa namoottan bakkeewwan walwaraansa keessa turanii bakka issaatti deebisuudhaaf akka hojjachaa jiru ibseera.

Karoora gargaarsaa bara 2023 tiin jireenyaa qonnaan buluu bakka isaatti deebisuudhaa fi qabeenyaa hawaasaa walti buiinsaa fi hongeedhaan miidhamef akka eegumasaa taasisu FAOn ibsuu isaa gabaasni Kenedii Abaate Finfinnee irra ibseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG