Xurree ittiin seenan

Breaking News

Makaartiin Ijibbaata Marsaa 15 Booda Filaman


Af-yaa’ii Mana Maree Ameerikaa, Keevin Makaartii waadaa erga seenanii booda, Jimaata Amajjii 9, 2023
Af-yaa’ii Mana Maree Ameerikaa, Keevin Makaartii waadaa erga seenanii booda, Jimaata Amajjii 9, 2023

Deemsa sagalee kennuu marsaa 15 booda fi turtii guyyaa shanii booda, walii galtee kanneen mirga leellisan waliin walii galtee tolfameen, miseensii kongrasaa kan kaaliforniyaa kan ta’an Keevin Makaartii dhuma irratti af-yaa’ii mana maree ta’uun filatamanii jiru.

Prezidaant Baaydiin ibsa baasaniin Makaartiin baga gammadde jedhanii jiru. Kana malees, yeroo naa danda’ameetti warra Ripaablikaanootaa wajjiin hojjachuuf qophii dha jedan. Kanneen sagalee kennanis, Ripaablikaanni ana waliin hojjachuuuf akka of qopheessuu qaban ifa taasisanii jiru jechuun Baaydin Dubbatan

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG