Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhabbanni Doktoroota Daangaan hin Uggurree(MSF) Itoophiyaa Keessatti Qarqaarsa Dhiheessaa Jiraachuu Ibse


Dhabbanni Doktoroota Daangaan hin Uggurree(MSF) naannoo Afaar keessatti hanqinni nyaataa hammaachuu akeekkachiisera (Suuraa faayilii)

Doktoroonni daangaan hin uggurre ykn MSF baatilee muraasa darban keessatti bulchiinsoota nannoo 6 keessatti wal’ansa fayyaa kan hatattamaa fi deebii gama gargaarsa namoomaa ilaalchisee gaaffii dhiyaatuuf deebii kennaa akka jiru ibsee jira.

Kunis bulchiinsa naannoo Afaar, Amaaraa, Gaambellaa, uummattoota gama Kibbaa, Somaalee fi dhiyeenya kana immo Tograay keessa namoota jiran tajaajiilaa akka jiru MSF beeksisee jira.

Hojjattonni isaa barbaachisummaa gargaarsa namoomaa fi jijjirama gama agarsisuun loogii tokko malee gaggeessuu akka itti fufuu hubachisee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG