Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hogganaan Waraanaa Sudaan Bulchiinsa Siivilii Deebisuuf Cicha Qabaachuu Irra Deebiin Ibsan

Hogganaan Waraanaa Sudaan Bulchiinsa Siivilii Deebisuuf Cicha Qabaachuu Irra Deebiin Ibsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:14 0:00

Sudaan keessatti waraanni biyya bulchaa jiruu fi gamnii sivilootaa filannoo dura mootummaa ce’umsaa waggaa lamaa turu dhaabuu irratti waliigaltee dhumaa yeroo jiran kanatti, waraanni biyya bulchaa kan Sudaan aangoo siiviilii jala akka seenu dhaadatee jira.

Gabaasa Mikaa'el Atit Sudaan Kaartuum irraa erge Befeqaaduu tu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG