Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haanga’oonii Yunaayitid Isteets fi Jaappan Mariyatan


FAAYILII - Muummee minsitiraa Jappan fi Pirezdaantii Yunaayitd Isteets, Tookiyoo, Jappan, Caamsa 24,2022

Ministirri dhimma alaa Yunaayitid Isteets Antonii Bilinken fi ministirri ittisaa Lilooyid O’ustin gitaalee isaanii ministiraa dhimma alaa Jaapanii Hayaashii Yooshimasaa fi Ministira ittisaa Haamaadaa Yaasuukaazuu wajjin dhimaa soda waraanii Chaayinaa galaanaa Baha Chaayinaa fi naannoo Taayiwaan irrati Umaa jiru, akkasumas wa’ee umna galaanaa Yunaayitid Isteets Odola Jappan Okinaawaa jedhamu irra qubachiisuu irratti Roobii har’aa waashingtan keessatti maryachuun isaanii gabsameera.

Haasaan hoggantoota dipilomaasii fi ittisaa biyyottan lammanii giduutti taasifame, yemmuu Prezidaant Joo Baayiden Muumicha ministiraa Jaappan Fumiyoo Kishiidaa waliin marii taasisuuf deeman guyyaa lama durseeti.

Prezidaani Baayideen fi Muummichii ministiraa jaappan iftaan Amajii 13 bara 2023 as washingitoon keessatti wal arganii dhimmottan waloo irratti akka marii taasisan gabaasameera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG