Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qophii Ispoortii: Dorgommiiwwan Tibbanaa


Qophii Ispoortii: Dorgommiiwwan Tibbanaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:04 0:00

Qophii Ispoortii: Dorgommiiwwan Tibbanaa

Dorgoommii walakkaa maraatoonni Hiwustan Dilbata kaleessaa Yunaayitis Isteets Kutaa Teeksaas keessatti geggeeffameen Li’uul Gebresillasee dhiraan, Hiyiwot Gebremaaryam immoo dubartootaan moohaniiru.

Dorgoomii Mumbaayi Maaraatooniitin dhiraan Lammii Birehaanu akkasuma dubartootan Anchi'alem Hayimaanot rikkordii bakkichaa fooyyessun injjiffanoo goonffataniruu.

Gama biraatin Ispeen magaala Vaalenshiyaa keessatii fiigicha Kiiloo meetirii 10nii kan daandii irrati Dilbata kaleessaa taasifameen Yaalemzerf Yehuwaalawu Daqiiqaa 29 fi Sekoondii 19n xumuruudhaan 1ffaa baatee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG