Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministirri Maallaqaa Ameerikaa Gara Afrikaa Imaluufi

FAAYILII Miistera Maallaqaa Yunaaytid Isteets, Jaanet Yeleen, Adoolessa 19, 2022
FAAYILII Miistera Maallaqaa Yunaaytid Isteets, Jaanet Yeleen, Adoolessa 19, 2022

Walgahii hoggantoota Ameerikaa fi Afrikaa Muddee darbe geggeeffame irratti pirezidaantiin Yunaaytid Isteets Joo Baayiden akkuma miseensonni kaabinee hedduun bara 2023tti Afrikaa akka daawwatan isaan gaafataniin wajjirri isaanii wadaa san hojiirra oolchuf qondaala isaa jalqabaaf gara Afrikaatti ergaa jira.

Gabaasa Mariamaa Diyaaloo bafiqaaduu morodaatu dhiheessa.

Ministirri Maallaqaa Ameerikaa Gara Afrikaa Imaluufi
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:56 0:00

Forum

XS
SM
MD
LG