Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaawwan Beenin Keessatti Finxaaleyyin Geggeeffaman

Haleellaawwan Beenin Keessatti Finxaaleyyin Geggeeffaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:07 0:00

Haleellaawwan Beenin Keessatti Finxaaleyyin Geggeeffaman

Baayyinni hokkarawwan garee finxaaleyyiitin wal qabatan bara darbe kaaba beeniin keessatti muudatan; kanneen mootummaan ifatti beeksise caalaalan jedha, gabaasni dhiheenya kana bahe.

Gabaasan VOA Heenrii Wiilkins gara Beenin imaluudhan namoota haleellaa raawwatamee ijaan argan keessaa dubbisee waan qindeesse Jaalannee Gamadaatu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG