Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ityoophiyaan Gatii Jijjiirraa Sharafa Alaa Geeddaruufi ka Jedhame Soba: Qondaala Mootummaa


FAAYILII Maamila Bankii mashinii ATM keessaa maallaqa baafattu
FAAYILII Maamila Bankii mashinii ATM keessaa maallaqa baafattu

Mootummaan Ityoophiyaa gatii jijjirraa birrii sharafa alaa gadii buusuudhaaf karoorfateeraa oduun jedhamuu dhuugaa akka hin taane itti aanaa ministirri maalaqaa biyyatti Obbo Iyoob Takkaliny Fuulaa tiwuutarii isaanii irratti beeksisani jiru.

Erga waligalteen nageenya Ityoophiyaa mallateefamee as mootummaa dhaabataa maalaaqa adduunyaa /IMF irraa Liqii akka barbaaddu ibsuudhaan liqicha argachuudhaaf immoo umnaa bittaa birri gadi bu’uu qaba jedhameeraa wantii jedhuu waan dhugaa irratti hunda’e akka hin taanee kan ibsan ministirichii, fooyya’isii dhimma maalaqaa hubannoo irratti hunda’ee yoomoyuu barbaachisaa ta’uu isaa eerun isaanii beekameeraa.

Yeroo amma karaa seera qabeessa ta’een doolaarrii Amerikaa tokko birii Ityoophiyaa 53.42 ti kan jijjiramaa jiru yemuu ta’u, baankiidhaan allatii doolaarii tookoo birii 96 amma 97 tii jijiraamaa akka jiruu galmee dhaabbata “Refinitiv Eikon” jedahmu waabefachuudhaan kan ibsee maddii oduu Rooyiters ityoophiyaa keessaa hirdhini sharafa alaa jabaan akka jiru gabaaseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG