Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tuuriziimii Ityoophiyaa

Ayyaanaa Cuuphaa, Finfinnee, Amajjii 20, 2023.
Ayyaanaa Cuuphaa, Finfinnee, Amajjii 20, 2023.

Dhaabannii tuuriziimii Ityoophiyaa waggoottan lamman darban keesaa sababa dhibee korinaa fi walwaraansa kaabaa biyyatii keessatti taasifamaa tureen doolaaraa Biiliyoonii Lama dhabuu isaa ibsee jira.

Erga waliigalteen nageenyaa malatteefamee as Industirii tuurizzim fooyyesuudhaaf hojjachaa jiraachuu isaanii ministirii tuurzimii himanii jiru.

Ayyana cuuphaa baraanaatin walqabatee sochii tuurizimii irratti Maayaa Miiskir gabaasin Finfinnee irra VOA dhaaf ergite itti aanee dhihaata.

Tuuriziimii Ityoophiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:35 0:00

Forum

XS
SM
MD
LG