Xurree ittiin seenan

Breaking News

Diploomaatonni Ligii Arabaa Hangi Tokko Libiyaa Keessatti Wal ga’an

Tripoli, Zawiya and Misrata
Tripoli, Zawiya and Misrata

Dippilomaatonni sadarkaa olaanoo kan liggi Arabaa hangi Dilbata kaleessaa magaalaa galama mootummaa Liibiyaa keessatti walga’ii gaggeessanii jiru.

Walgahii kana irratti kanen hin argamiin hafan ministeerota haajaa alaa humna guddaa qaban, barri aangoo mootummaan Tiriipoolii keessatti maadheeffate xumurameera jechuun falmu.

Biyyoota miseensa Liigii Arabaa 22 keessaa shan qofaatu ministeerota dhimma alaa isaanii gara marii yeroo yeroon gaggeeffamu, kanatti ergan.

Isaan keessaa dippilomaatota olaanoo biyyoota ollaa Aljeeriyaa fi Tuuniziyaa akka ta’an miidiyaaleen biyya keessaa gabaasanii jiru.Kaan ammoo jiloota isaanii gara walgahii Tiriipooliitti erganiiru.

Forum

XS
SM
MD
LG