Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gargaarsa Miidiyaa Hawaasaan Gandi “Chinatown” Kan Niw Yoork Dadammaqaa Jira


Gargaarsa Miidiyaa Hawaasaan Gandi “Chinatown” Kan Niw Yoork Dadammaqaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:29 0:00

Gargaarsa Miidiyaa Hawaasaan Gandi “Chinatown” Kan Niw Yoork Dadammaqaa Jira

Magaalaa Niw Yoork Manhaatan keessatti kan argamu gandi warra Chaayinaa “Chinatown” jedhamu Yunaayitid Isteetis keessa kanneen jiran gandeen umurii dheeraa qaban kan lammiiwwan Ameerikaa hidda dhalata Asiyaa keessaa tokko yoo ta’u, yeroo ammaa gandi kun dandammataa jira.

Miidiyaa hawaasaan akkaan kan beekamu dhaloonni haaraan lammiiwwan Ameerikaa hidda dhalata Asiyaa dhaabolii daldalaa maatii isaanii beeksisuu dhaan daawwattoota gara naannoo kanaatti hawachuuf hojjetaa jiran.

Gandi warra Chaayinaa kun waggoota lamaan darban keessa rakkoo weerarri COVID-19 fideen rakkoon ilaalchaa isa mudatee ture. Odu gabaastuun VOA Tiinaa Tiriin bakka sanaa gabaasa qindeeessite jirti. Tujubetu dhiyeessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG