Xurree ittiin seenan

Breaking News

Malaammaltummaan Biyyoota Addunyaa Keessatti Hammaate, Jedha Gabaasaan Haarawa Bahe  

Malaammaltummaan Biyyoota Addunyaa Keessatti Hammaate, Jedha Gabaasaan Haarawa Bahe
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:34 0:00

Malaammaltummaan Biyyoota Addunyaa Keessatti Hammaate, Jedha Gabaasaan Haarawa Bahe

Dhaabbatni idil-adduunyaa “Transparency International” jedhamu gabaasaa waa’ee malaanmaltummaa ilaalchisee baaseen biyyoota adduunyaa malaammatummaa keessatti geggeessamu sadarkaadhaan tarreesee jira.

Waggaa darbe biyyoota tokko tokkoo keessatii fooyya’insii galmaahuu isaas ibsee jira – dhaabbatni kun.

Forum

XS
SM
MD
LG