Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lakkoobsi Namoota Afaan Biyyootii Alaa Mana Ofii Keessatti  Dubbatanii Ameerikaa Keessatti Dabalaa Jira 


Yunaayitid Isteetis keessaa Afaan Ingiliffaatiin ala mana keessatti afaan ka biroo namoonni dubbatan bara 1980 fi 2019 gidduu yeroo jirutti lakkoobsi kun dacha sadiin dabaluu isaa waajjirri lakkoobsa baayi’ina uummataa Yunaayitid Isteetis beeksisee jira.

Lakkoobsi Namoota Afaan Biyyootii Alaa Mana Ofii Keessatti  Dubbatanii Ameerikaa Keessatti Dabalaa Jira 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:44 0:00

Yunaaytid Isteetis keessaa kanneen jiraatu uummata miliyoona 68tti hedamu shan keessaa tokko mana ofii keessatti afaan biraa dhaan Afaan Ispaanishii Yunaayitid Isteetis keessatti kan dubbatamu afaan lammataa ti.

Uummanni miliyoonni 41 tokkoo ol kan dubbatu yoo ta’u, afaan kanneen biroo irra dacha 12 mana keessatti dubbatama. Ispaanis garee hawaasaa guddicha Yunaayitid Isteetis keessa jiraatu. Dhibba irraa harka 55 kan ta’an kanneen Afaan Ispaanishii dubbatan Yunaayitid Isteetis keessatti dhalatan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG