Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazixeessaan Lammii Somaaliyaa Murtiin Erga Itti Murtaa’ee Booda Hidhaa Dhaa Gad Dhiisame 

 iGaazixeessaan Abddalle Ahimed Muummin yeroo namoota dubbisu, Somaaliyaa.
iGaazixeessaan Abddalle Ahimed Muummin yeroo namoota dubbisu, Somaaliyaa.

Gaazixeessaan lammii Somaalee tokko manni murtii kaleessa dhimma nageenya ilaalchisee hidhaa ji’a lamaa itti muree sa’aatilee hanga tokko booda hidhaa dhaa gad dhiisamuu isaa dubbatee jirala. Hidhamuun isaa kanneen mirga namaaf falmaniin balaaleffatamee jira.

Abddalle Ahimed Muummin Onkoloolessa waggaa darbee to’annaa jala kan oole, kan mootummaan garee Islaamummaa al-shabaabiif olola oofu jedhu irratti tarkaanfii UN experts urge President of Zimbabwe to reject bill restricting civic space

Forum

XS
SM
MD
LG