Xurree ittiin seenan

Breaking News

Benishaangul Gumuz Keessatti Araarri Bu’uurraa Kan Ka’e Wal Ajjeechaan Dhaabate Jedhame


Benishaangul Gumuz Keessatti Araarri Bu’uurraa Kan Ka’e Wal Ajjeechaan Dhaabate Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:52 0:00

Benishaangul Gumuz Keessatti Araarri Bu’uurraa Kan Ka’e Wal Ajjeechaan Dhaabate Jedhame

Naannoo Benishaangul Gumuz keessatti "nagaan bu'uusaarraa ka kahe sodaa tokko malee bakkaa bakkatti socho'aa jirra, hariiroowwan hawaasaa addaan citanii turanillee iddootti deebi’aa jiru" jechuun jiraattonni godinaalee Kaamaashii fi Matakkal hagi tokko dubbatanii jiran.

Komishinarri Poolisii naannichaa Haarun Umar gama isaaniin, "erga hidhattootni karaa nagaan deebi'anii as sagaleen dhukaasaa hin dhaga'amne, ajjeechaafi buqqaatiinillee dhaabbate" jechuun Sagalee Ameerikaatti himanii jiru.

Dura-Taa'aan Warraaqsa Demokiraasii Uummata Gumuz (GUHDEN) Giraanyi Guddataa gama isaaniin, nagaan bu'e hojiilee misoomaaf haala mijeessaa jira" jedhaniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG