Xurree ittiin seenan

Breaking News

Raashiyaan Weeraramuu Yukireenii Boooda Ilaalchi Addunyaan Raashiyaa fi Chaayinaaf Qabu Jijjiirame  

Raashiyaan Weeraramuu Yukireenii Boooda Ilaalchi Addunyaan Raashiyaa fi Chaayinaaf Qabu Jijjiirame 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:55 0:00

Raashiyaan Weeraramuu Yukireenii Boooda Ilaalchi Addunyaan Raashiyaa fi Chaayinaaf Qabu Jijjiirame 

Gabaasaan Gumii “Munich Security Conference” jedhamu tokko irratti dhihaate akka agarsiisutti, eega Raashiyaan Yukireeniin weerartee booda, Afrikaa keessatti dabalatee ilaalchi addunyaan Raashiyaa fi Chaayinaaf qabdu jijjiiramee jira.

Gabaasaan kun akka jedhutti biyyoonni Afrikaa haala biyyoota Addunyaa gama Lixaatti gammachuu hin qabanillee sanaaf jecha Chaayinaa fi Raashiyaatti maxxanuuf kaka’umsa hin qabaanne.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG