Sagaleen nama tokkoo waayee fayyaa miiraa, qaamaa fi sammuu isaa odeeffannoo barbaachisaa ta’e kennuu akka danda’u ogeeyyiin sagalee yeroo dheeraaf beeku.
Ammammoo pirojaktiin mootummaan Yunaaytid Isteets maallaqaan deeggaramu sagalee kumaatamaan lakkaa’aman walitti qabuu fi xiinxaluu sammuun namtolchee -Artifishaal Intelejensi - fayyadamuun dhukkuboota addaan baasaa jira . Akkamitti? Gabaastuun VOA Juulii Taaboh waan qindeesite laalla.
Forum