Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naayijeeriyaan Muddama Nageenyaa fi Dinagdee Keessatti Filannoo Prezidaantiitti Deemaa Jirti  

Naayijeeriyaan Muddama Nageenyaa fi Dinagdee Keessatti Filannoo Prezidaantiitti Deemaa Jirti 
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:45 0:00

Naayijeeriyaan Muddama Nageenyaa fi Dinagdee Keessatti Filannoo Prezidaantiitti Deemaa Jirti 

Afrikaa keessatti baay’ina uummataan guddittii ka taate Naayijeeriyaa keessatti yeroo dhabinsi nageenyaa fi rakkoon dinagdee hammaatee jiru kanatti, uummatni ishee Sanbata dhufu kana ba’ee prezidaantii haaraa filachuuf jira.Hanqinni maallaqaa fi zayita boba’aa akkaataa itti namoonni filatan irratti akka dhiibbaa qabaatullee himamaa jira.

Forum

XS
SM
MD
LG