Xurree ittiin seenan

Breaking News

Benishaangul Gumuz Keessatti Buqqaatonni Qehee Ofiitti Deebi’an Gargaarsa Dhabuun Akka Rakkataa Jiran Himatu 

Benishaangul Gumuz Keessatti Buqqaatonni Qehee Ofiitti Deebi’an Gargaarsa Dhabuun Akka Rakkataa Jiran Himatu 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:00 0:00

Benishaangul Gumuz Keessatti Buqqaatonni Qehee Ofiitti Deebi’an Gargaarsa Dhabuun Akka Rakkataa Jiran Himatu 

Naannoo Benishaangul Gumuz keessatti namootni Hagayya bara darbee gara qe'ee isaaniitti deebi'an gargaarsa waan hin arganneef yaaddoo irra-deebiin buqqaasamuu akka qaban dubbatu.

Mootummaan naannichaa namoota buqqaasamanii turan keessaa kuma 26 irraa ka hafe hundumtuu deebisamuu ibsee, garuu namoota gargaarsa barbaadan gargaaruun yeroo ammaa akka hin danda'amiiniif beeksiseera. Komishiniin Hooggansa Sodaa Balaa Federaalaa akka gargaarsa dhiyeessu hubachiinee eegaa jirra, jedha.

Dhimma kanarratti, anga'oota Komishinichaa Federaalaa irraa deebii argachuuf yaaliin taasisne hin milkoofne.

Forum

XS
SM
MD
LG