Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waashingtan DC Keessaa Buufta Mana-dhabdootaa Dhabamsiisuuf Yeroo Karoorfamee Jirutti Rakkoon Mana-dhabdootaa Xiyyeeffannaa Hawatee Jira 

Waashingtan DC Keessaa Buufta Mana-dhabdootaa Dhabamsiisuuf Yeroo Karoorfamee Jirutti Rakkoon Mana-dhabdootaa Xiyyeeffannaa Hawatee Jira 
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:10 0:00

Waashingtan DC Keessaa Buufta Mana-dhabdootaa Dhabamsiisuuf Yeroo Karoorfamee Jirutti Rakkoon Mana-dhabdootaa Xiyyeeffannaa Hawatee Jira 

Magaalaa galma mootummaa Yunaayitid Isteetis, Waashingitan Diisii keessaa buufata mana dhabdootaa dhabamsiisuuf yeroo karoorfamee jiru kanatti rakkoon mana-dhabdootaa xiyyeeffannaa argatee jira.

Gabaastuun VOA, Veroonikaa Baldeeraas, magaalaa Waashingiton keessa ka jiru paarkii namootni mana hin qabne keessa buufatanii jiran daawwachuun gabaasaa qindeessite dhiheessina.

Forum

XS
SM
MD
LG