Qorannaan Tokkummaa Mootummootaa fi jaarmayaalee Somaaliyaatiin qorannoon geggeessame akka agarsiisutti, hookkarrii fi rakkoon namoomaa waggoota kurna hedduutiif Somaaliyaa gidirsaa ture, akka lammiwwan ishee hedduun dhibee samuuf saaxilaman taasisaman taasisuu mirkaneessee jira.
Lolaa fi Rakkoon Namoomaa Waggootaaf Somaaliyaa Keessa Lammiilee Ishee Hedduu Dhukkuba Sammuuf Saaxileen Himame
- VOA
Kanaas caqasuu feeta ta'a
-
28/03/2023
Kaamlaa Hariis Prezidaantii Gaanaa Faarsan
Forum