Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haalli Jireenyaa Itiyoophiyaa Keessa Jiru Maal Fakkaata? Deebii Dhabbanni GALLUP Walitti Qabe


“Haalli Jireenyaa Itiyoophiyaa Keessa Jiru Maal Fakkaata?” Dhabbanni GALLUP Deebii Walitti Qabeera
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:21 0:00

Dhaabbanni idilee adduunyaa Waashingitan keessa maadheffate fi GALLUP jedhamu kan yaada namootaa walitti-qabuu erga walwaraansi kaabaa Itiyoophiyaa geggeessamaa ture waliigalteedhaan dhaabatee as “haalli jireenyaa Itiyoophiyaa keessa jiru maal fakkaata?” gaaffii jedhu irratti uummata achi jiru keessaa yaadni walitti qabe akka agarsiisuutti haalli sammuu lammiwwan Itiyoophiyaa waraansa waggaa lamaa sana keessa dabranii gaddisiisaa tahuu agarsiisa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG