Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubartoota Yeroo Ulfaa Yokaan Da’umsarratti Du’aniif Sababaaleen Irra-Caalaan Kanneen Ittisamuu Danda’ani, Jedha Gabaasaan Haaraan  

Dubartoota Yeroo Ulfaa Yokaan Da’umsarratti Du’aniif Sababaaleen Irra-Caalaan Kanneen Ittisamuu Danda’ani, Jedha Gabaasaan Haaraan  
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:19 0:00

Dubartoota Yeroo Ulfaa Yokaan Da’umsarratti Du’aniif Sababaaleen Irra-Caalaan Kanneen Ittisamuu Danda’ani, Jedha Gabaasaan Haaraan  

Daqiiqaa lama lamaan dubartiin tokko yeroo ulfaa ykn da’umsaa irratti kan du'an ta'uu kan ibse gabaasaan haaraan, irra-jireessi isaa sababa ittifamuu danda’u irraa akka tahe addeesse. Gama kaaniin vaayirasiin Koronaa jalqaba eessaa ka'e? isa jedhu irratti falmiin itti fufee jira. Mata duree lamaan irratti gabaasa ergame Jaallanneetu dhiyeessa.

Forum

XS
SM
MD
LG