Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qorannoo Garee Mirga Namoomaa Addunyaan Geggeessamuuf Karoorfame Akka Dhaabatu Itiyoophiyaan Feetus Dhaabbatoonni Mirga Namoomaa Ni Morman  

Qorannoon Garee Mirga Namoomaa Addunyaan Karoorfame Akka Dhaabatu Itiyoophiyaan Feetus Dhaabbatoonni Mirga Namoomaa ni Morman 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:04 0:00

Itiyoophiyaan qorannoon garee mirga namoomaa Tokkummaa Mootumootaatiin deggeramu Tigraay keessatti taasifamu akka addaan citu akka barbaaddu ibsitee, kana irratti mootummaan Itiyoophiyaa deggersa horachuudhaaf akka carraaqaa jiru gabaase maddi oduu Raayiters.

Gama biraatiin immoo dhaabbatootni mirga namoomaa akka qorannichi addaan citu akka hin barbaadne dubbataa jira.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG