Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattoonni Murlee Maaliif Sudaan Kibbaarraa Gaambeellaatti Deddeebi’uun Haleellaa Geggeessu? 


FAAYILII - Magaala Gaambeelaa
FAAYILII - Magaala Gaambeelaa

Hidhattootni Muurlee, Sudaan Kibbaa keessaa kahuun daangaa Itoophiyaa seenanii yeroo baay’ee Naannoo Gaambellaa keessatti haleellaa raawwachuu isaanii mootummaan naannichaa beeksiseera.

Haleellaa kana dhaabsisuufi nageenya daangaa waliinii eeguuf, naannoo Gaambellaa fi Sudaan Kibbaa jidduutti waliigalteerra tolfamullee akkasuma itti dabaluun ibsee jira, mootummaan naannichaa. Tahus torban darbe keessallee hidhattootni Muurlee kunneen Gaambellaa keessatti haleellaa raawwachuu isaanii mootummaan naannichaa beeksisee jira.

Dhimma kanarratti qorannoo hedduu taasisuu isaanii ka dubbatan, Pireezidaantiin Itti Aanaa dhimma Biizinasiifi Misoomaa Yunivarsiitii Gaambellaa Doktor Gaatluwaak Roon, hidhattootni kunneen maaliif akka haleellaa raawwataniifi kana dhaabsisuuf waan furmaata taha jedhanirratti Sagalee Ameerikaaf ibsa kennanii jiru.

Hidhattoonni Murlee Maaliif Sudaan Kibbaarraa Gaambeellaatti Deddeebi’uun Haleellaa Geggeessu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:21 0:00

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG