Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hubannoo Nam-tolchee yokaan “Artifishaal Intelejensi”n Wal-dhibdee Hidha Laga Abbaayaarratti Uumame Furuun Danda’amaa? 

Hubannoo Nam-tolchee yokaan “Artifishaal Intelejensi”n Wal-dhibdee Hidha Laga Abbaayaarratti Uumame Furuun Danda’ama
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:40 0:00

Hubannoo Nam-tolchee yokaan “Artifishaal Intelejensi”n Wal-dhibdee Hidha Laga Abbaayaarratti Uumame Furuun Danda’ama

Hidhi bishaanii Itiyoophiyaan laga Abbayyaa irratti ijaarte biyyoottan gajjallaa hidhichaa jiran warreen jireenyii isaanii bishaanicha irratti hundaa’e keessumaa Sudaaniin hin gamachiifne.

Walitti-bu’insa sababaa bishaanichaatiin dhufuu danda’u hambisuudhaaf gareen Saayintistootaa Hubannoo nam-tolchee/AI fayyadamuun akka danda’amu ibsaa jiru.

Forum

XS
SM
MD
LG