Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waliigalteen Kunuunsa Eegumsa Galaanaa fi Qabeenyaalee Isaa Qurxummii-baastota Afrikaa Keessaa fi Addunyaa Gama Kibbaa Akka Fayyadu Himame  


Waliigalteen Kunuunsa Eegumsa Galaanaa fi Qabeenyaalee Isaa Qurxummii-baastota Afrikaa Keessaa fi Addunyaa Gama Kibbaa Akka Fayyadu Himame  
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:26 0:00

Waliigalteen Kunuunsa Eegumsa Galaanaa fi Qabeenyaalee Isaa Qurxummii-baastota Afrikaa Keessaa fi Addunyaa Gama Kibbaa Akka Fayyadu Himame  

Kunuunsitoonni uumamaa waa’ee eegumsa galaanaa fi itti fayyadama qabeenyaalee galaana keessaa argamanii kanneen akka zayitaa, qurxummii fi lubbu-qabeeyyii biroo dhaadhessuu irratti waliigaltee sadarkaa addunyaa dhiheenya kana mallatteessame simatanii jiran. Hirmaattonni marii sanaa waliigaltichi namoota qurxummii baasanii fi rakkoo keessa jiran kanneen Afrikaa fi Addunyaa gama Kibbaa baay’ee gargaara, jedhu. Gabaasaa Henrii Wilkinsi, biyya Sudaan, magaalaa Port Sudaan irraa gabaase, Jaallannee tu dhiheessa.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:57 0:00
More
XS
SM
MD
LG