Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sagantaan Badhaasa Oskaarii Dilbata Dhufu Geggeeffamu Hawwiidhan Eeggamaa Jira 

Sagantaan Badhaasa Oskaarii Dilbata Dhufu Geggeeffamu Hawwiidhan Eeggamaa Jira 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:12 0:00

Sagantaan Badhaasa Oskaarii Dilbata Dhufu Geggeeffamu Hawwiidhan Eeggamaa Jira 

Badhaasa Akkaadaamii ykn Oskaar oggaa oggaadhan as Yunaayitid Isteets keessatti qophaahu Dilbata dhufu gegeeffamu - jaalattoonnni filmii hawwiidhan eegaa jiran. Badhasichi namoota fiilmii hojjechuu irratti ciccimoo ta'an kabajaa;haaluma kanaan qophiin waltajii sagantaa Ooskaarii tottolchuu jalqabeera. Taatonni fiilmii daayreektaroonnii fi hirmaattonni kaanis dorgommicha irratti himaachuuf qophaa jiru.

Forum

XS
SM
MD
LG