Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maadhee Humna Galaanaa Raashyaan Sudaan Keessatti Hundeessuu Yaaddu Irratti Mormiin Biyya Keessaa Mudachuu Mala

Maadhee Humna Galaanaa Raashyaan Sudaan Keessatti Hundeessuu Yaaddu Irratti Mormiin Biyya Keessaa Mudachuu Mala
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:24 0:00

Maadhee Humna Galaanaa Raashyaan Sudaan Keessatti Hundeessuu Yaaddu Irratti Mormiin Biyya Keessaa Mudachuu Mala

Sudaan akkuma biyyittiin bulchiinsa waraanaa irraa gara bulchiinsa siiviiliitti ce’uu xumurteetti, mormiin biyyoota dhihaa irratti dhiyaatus, Afrikaa keessatti buufata humna galaanaa Raashiyaa isa jalqabaa akka keessummeessitu ibsiteetti. Garuu lammiiwwan Sudaan hangi tokko, bu’aa daldala buufta kana irra argamu yoo deeggaran, hoggantoonni gosoota biyya keessaa immoo waraanni biyya alaa biyyattii keessa jiraachuu mormu jedha gabaasi Heenrii Wiilkins Sudaan Poort Sudaan irraa erge.

Forum

XS
SM
MD
LG